Mootummaan Saudi Aarabiyaa gargaarsa nyaatafi meeshaa bilisaan raabsaa jira

Mootumman Sa’uudi Araabiya Namoota Rakkina qabaniif nyaata Fi Wantoota nyaatan ittiin bilcheessan mana manatti qoqqooduu eegalee jira. kanaaf namooni Lammiileen keenya saud arabia jiraattan yoo kan barbaaddan taate Foormii asii gadii qofa guutaa jarri hanga mana keessani isinii fidu!!

Dursa Liinkii asii gadii banaa
https://saudifoodbank.com/wehelpu/

Yogguu liinkii bantan bakka suuraa gadii irratti halluu diiman haguugame tuqaa.

itti aansu tartiiba sii gadii hordofaa
1, Maqaa keessan Guutuu
2, Lakkoofsa ID (iqaamaa)
3, Magaalaa keessa jiraattan
4, Ganda ykn qe’ee keessa jiraattan
5, Lakkoofsa bilbilaa keessan
6, Maatii meeqa akka qabdan
7, SUBMIT godhaa, xumurtanii jirtu jarri yeroo gabaabaa keessatti ofuma isaanitiin isin quunnamu.

Dabalata akkaataa Foormin kun itti guutamuu suuraa asii gadii irraa hubachuun ni danda’ama.

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time