- Advertisement -
Browsing Category
Tech Tutorial
Passwordi facebook keessanii yoo dagattan maloota ittiin argachuu dandeessan
Baay'een keenya jecha darbii (password) facebook yoo daganne lakkoofsa bilbilaa keenya irratti 'reset code' akka!-->…
Barnoota Telegram kutaa 6ffaa – waa’ee Bot baradhu
Barntoota Telegram kutaa 6ffaa kana keessatti kan ilaallu;
Bot Youtube irraa vidiyoo buusuBot vidiyoo!-->!-->!-->…
Seenaa dhufaatii Facebook bara 2003 irraa kaasee
Facebook kan eegale dargaggeessa maqaan isaa Mark Zuckerberg jedhamuuni. Mark Zuckerberg daa'imummaa isaarraa!-->…
Diishii fi TV akkamiin qindoominaan hojjata?
Televiziyoona irratti daataa gosa lama jechuun suuraa fi sagaleetu darba.
Akkamiin dhaabbata TV (TV station)!-->!-->!-->…
Yeroo jalqabaaf ATM eenyutu hojjate? PIN isaa maaliif dijitii afur qofa…
ATM (Automatic teller machine) yeroo jalqabaaf nama maqaan isaa John Sheperd Barron jedhamuun kalaqame.
!-->!-->!-->…
Pattern ykn Password’n mobaayilaa akkamiin hojjata?
Akkuma beeknu pattern mobaayila keenyaa tuqaalee sagal jiran walqunnamsiisuudhaan uumama. Yeroo kanatti yoo!-->…
WinRAR maali? Akkamiin hojjata?
WinRAR'n sooftiweera daataa guddaa walitti cuunfanii (compress) kaa'uuf gargaarudha. Kunis tajaajila gurguddaa!-->…
Dargaggoo lamaan Google kalaqan
Google amma nuti fayyadamnu kun jalqaba dargaggoota lamaan kan hundeeffamedha. Dargaggoonni kunneen kaadhimamtoota!-->…
Sensor maali? Faayidaa akkamii qaba?
Sensor'n qaama elektirooniksii ta’ee jijjiirama naannoo tokkoo beekuu fi safaruu kan danda'uudha. Dabalees!-->…
Barnoota Telegram kutaa 5ffaa – waa’ee Bot baradhu
Barnoota Telegram kutaa 5ffaa kana keessatti kan ilaallu:
Maalummaa 'Bot' Faayidaa isaa Akkaataa itti 'Bot'!-->!-->!-->…
- Advertisement -