Breaking: Dawaan dhukkuba corona argamee nama 45 irratti yaalii godhamaa jira

Guyyaa har’aa wiixata yeroo jalqabaatif Ameerikaa keessatti Talaalliin dhukkuba ‘coronavirus’ irraa nama fayyisa jedhame yaalii taasifamaa jira, yaaliin marsaa jalaqabaa nama 45 irratti akka taasifamu kan himame yommuu ta’u, Talaallin kun yoo milkaa’ee ariitin ummata addunyaa ni dhaqqabsiifama jedhame.

Mata duree Vayirasii koroonan wal qabatan

Waa’ee dhukkuba corona virus dirqama beekamuu qabu – Of eeggannoo

Mobaayilli harkaa dhukkuba coronavirus ni daddabarsaa sirritti haa qulqulleessinuu

Leave A Reply

Your email address will not be published.

Subscribe to our newsletter
Sign up here to get the latest news, updates and special offers delivered directly to your inbox.
You can unsubscribe at any time